Qarshii 25,025,000 fi Qabeenyaan lafa bunaa heektaara 1300 kaaziinaa mootummaa irraa ittifame!
Qarshii 25,025,000 fi Qabeenyaan lafa bunaa heektaara 1300 kaaziinaa mootummaa irraa ittifame! Murtii kanaaf sababa kan ta'e himannaa invastarri tokko Waajjira bulchiinsa Aanaa Geeraa fi Waajjira bulchiinsa Godina Jimmaa qarshii fi qabeenya olitti ibsameen himateen yemmuu ta'u,