Nu Qunnamaa   0115508204    info@oagb.gov.et                   

  • Slide Background Image
  • Slide Background Image
  • Slide Background Image
    BaniinsaYaa'ii Abbootii Alangaa Naannoo Marsaa1ffaa Magaala Adaamaa
  • Slide Background Image
  • Slide Background Image
    Eebbifamtoota bara 2014
  • Slide Background Image
    Leenjii Hooggansaa bara 2012-2013
  • Slide Background Image
    Ardaa Marii

You are here

 

Artiikilii Bar-Maatiilee Dubartootaa fi Daa’imman Miidhanii

Itoophiyaan bara 2025 tti bar-maatilee ijoollee dubaraa irraan miidhaa qaamaa, xiin-sammuu, darbees du'aatii lubbuu ga’u dhabamsiisuuf sadarkaa Idil-Adduunyaatti waadaa galtee jirti.

Naannoon Oromiyaais naannolee biyya keenyaa keessaa kan rakkoon kun guutumaa guutuutti keessaa hin dhabamsiifamneedha. Kana irratti hundaa’uun ergama akka biyyaatti gama kanaan  fudhatame hojii irra oolchuuf Godinaalee fi Aanaaleen rakkoon kun keessatti mul’atu  filataman keessatti furmaata waaraa argamsiisuuf qaamolee dhimmi ilaallatu xiyyeeffannoodhaan rakkichaa irratti marii’achaa hojjechaas jiru. Tarsiimoowan garaagaraa kanaan walqabatanis qopheeffamanii hojii irra oolfamaniiru.

Maarree egaa; Gaa’ela Umurii Malee (Early Marriage) fi Dhanna Qabaa Dubaraa (Female Genital Mutilation ): Seeraa fi Haala Qabatamaa Naannoo Oromiyaa ilaalchisee dhimmoota irratti hubannoon akka cimfamuuf barbaadame akka armaan gadiitti qindeeffameera.

                                Artiikilii Bar-Maatiilee Dubartootaa fi Daa’imman Miidhanii