Nu Qunnamaa   0115508204    info@oagb.gov.et                   

  • Slide Background Image
  • Slide Background Image
  • Slide Background Image
    BaniinsaYaa'ii Abbootii Alangaa Naannoo Marsaa1ffaa Magaala Adaamaa
  • Slide Background Image
  • Slide Background Image
    Eebbifamtoota bara 2014
  • Slide Background Image
    Leenjii Hooggansaa bara 2012-2013
  • Slide Background Image
    Ardaa Marii

You are here

 

Itti gaafatamummaa  fi  Gahee Hojii Odiitii Keessaa Gabaabinaan

 Qajeelfama mootummaa naannoo oromiyaa lakk.11/2004 bahe oditii keessaatiif aangoo fi gahee armaan gadii kenneefii jira.

  1. Kaayyoo Oditii Keessaa:-
  •  Oditiin keessaa maanaajimantii fi hojjattootni mana hojii itti-gaafatamummaa isaanii ga’umsaan akka ba’an sirna too’annoo keessaa diriiree fi bu’uura seerotaa fi sirnoota hojii irra jiraniin hojiiwwan raawwatamuu isaanii odiitii gochuudhaan mirkaneessuudha.
  • Odiitiin keessaa kan caaseffameef adeemsa raawwannaa odiitii hammayyaa hordofuudhaan hojimaata fi sirna to’annoo keessaa mana hojichaa gamaaggamuudhaa fi sodaa sakatta’uudhaan mana hojichaatiif bu’aa dabalataa kan uumu tooftaa hojiin bu’a-qabeessa itti-raawwatamuu danda’u, ol’aanaa mana hojichaa fi manaajimantiidhaaf gorsa kennuudhaan kaayyoon mana hojichaa akka milkaa’u gumaachuudha               

                                                Gahee Hojii Odiitii Keessaa Gabaabinaan