Biiroon Abbaa Alangaa Waliigalaa Oromiyaa Raawwii karoora Damee Dhaabbii lamaa Qorate
Guyyaa 24/7/2016: Biiroon Abbaa Alangaa Waliigalaa Oromiyaa guyyaa hara'aa Raawwii karoora baatii sagalii kan Damee dhaabbii Bahaa fi Damee Dhaabbii kibbaa gamaggamee jira. Gamaggamni Raawwii ji'a sagalii kun kan gaggeeffame bakka Hooggansi Olaanoon Biiroo Abbaa Alangaa Waliigalaa fi Daariktooreetiin Biirichaa argamanittidha.